Manni marii olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa yaa’ii Idilee 2ffaa geggeesse


Manni marii olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa bakka keessummoonni adda addaa argamanitti yaa’ii Idilee 2ffaa geggeessaa ture milkiin xumure. Yaa’iin kun ganama Sabtii kaleessaa Qur’aanaa fi du’aa’ii ulamootaatiin eega jalqabamee booda, dura ta’aan Majlisa Magaalaa Jimmaa Sheikh Muhammadamiin Tamaam haasaya baniinsaafi keessummoota yaa’icha irratti argaman anaa dhufu jechuun simatanii jiru. Yaa’ii kana irrattii gaabsni raawwii […]

Manni marii olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa yaa’ii Idilee 2ffaa geggeesse

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.